Ministirri Muummee Suudaan Abdullaahi Haamdook daawwii guyyaa lamaa Itiyoophiyaatti taasisuufi.

Ministirri Muummee Suudaan Abdullaahi Haamdook daawwii guyyaa lamaa Itiyoophiyaatti taasisuufi.

 

Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Suudaan Anaas E. Elgailani Ministirri Muummee Suudaan haaraan Abdullaahi Haamdook boru imala isaanii gara Finfinnee taasisuuf akka karoorfatan ibsaniiru.

Abdullaahi Haamdook, Ministira Muummee Itiyoophiyaa Dr Abiyyi Ahimad waliin dhimmoota hariiroo waloo kanneen akka walitti hidhamiinsa diinagdee fi nageenya daangaa irratti ni mari’atuu eegama.

Facebook Comments