Namonni lammi isaani rakkatan rakko olchuu akka qaban Giftii duree aaddee Zinnaash Taayyachew hubachisan.

OBN Ful. 22,2012-Namonni lammi isaani rakkatan rakko olchuu akka qaban Giftii duree aaddee Zinnaash Taayyachew hubachisan.

Faawundeshinnin Addee Zinnaash Giddugala Gala Guddisa Daa’imani Zawdituu Mashashaa kanaan dura gubatee turee kan bakka bu’u birri milliyoona 12n ijaarsisenaannoo Quusqaamitti jiru ebbifame. Haayimaanoot Kibabawuutu gabaase.

Facebook Comments