Pireezidaanti Saahilawarqi Zawdee gitasaanii Fiinlaand waliin mari’atan.

 Pireezidaanti Saahilawarqi Zawdee gitasaanii Fiinlaand waliin mari'atan.

Pireezidaanti Saahilawarqi Zawdee gitasaanii Fiinlaand waliin mari’atan.

Pireezidaantiin DRFI Saahilawarqi Zawdee Pireezidaantii Rippaabilika Fiinlaand Saawulii Niisiitoo waajjira isaanitti simachuun haasofsiisan.

Pireezidaanti Soolii Niiniisitoon daawwii guyyaa lamaaf kaleessa galgala Finfinnee galan.

Pireezidaantichi Ministira Muummee Itiyoophiyaa Dr Abiyyi Ahimad waliinisa hariiroo biyyoota lameenirratti ni mari’atuu eegama.

Facebook Comments