Pirezedaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo shimallis Abdiisaa qaamolee kabajni ayyaana irreecha Hora Finfinnee akka milkahu gahee isaanii taphatan galateeffatan.

Irreechi Hora Finfinnee karaa nagaaf tokkummaa cimsuun kabajames jedhan.

Uummata Oromoo, qeerroo fI qarree,uummata magaalaa Finfinnee, qaamolee nageenyaa fi Bulchiinsa Magaalaa Finfinnees galateeffatan obbo shimallis.

Irrechi Hora Harsadees akka milkaahu dhaaman. Irrechi tokkummaa fi jaalala ta’uus mirkanaahee jira jedhaniiru.Caalaa Barakaatu gabaase.

Facebook Comments