Ummanni Oromoo Afrikaa keessatti isa guddaa ta’ee osoo jiruu, garbumaa keessatti kufee ture jedha Atileet Fayyisaa Leellisaa.

Ummanni Oromoo Afrikaa keessatti isa guddaa ta'ee osoo jiruu, garbumaa keessatti kufee ture jedha Atileet Fayyisaa Leellisaa.

Ummanni Oromoo Afrikaa keessatti isa guddaa ta’ee osoo jiruu, garbumaa keessatti kufee ture jedha Atileet Fayyisaa Leellisaa.

Waanjoo garbbummaa ofiirraa buusuuf ammoo lubbuuwwaan qaqqalii itti dhabanii turan ijoolleen Oromoo.

Gocha diinaa caalaa ofii walcabsuun kan ture yoo ta’uu dhiyeenya keessaa dhaloonni qubee fiiguu fi utaalun dina miila qaban.

Oromiyaa dachee booyichaa taatulleen waggoota 150’n boodaa bilisoomuu dandeesse jirti.

Gochiin ani Riyoorraatti raawwadhee miidiyaa biyyoota alaa harkisuun bu’aan argameera.

Anis guyyaa har’aa waadaan yeroo sana gale qabadhee dhiyyaadheen jira.
Barri kunis bara addaati uummata Oromoof; waggaa150n booda Irreecha Hora Finfinnee kabajuuf qophirratti argamna.Alamuu Simeetu Gabaase.

Facebook Comments