Kantiibaan Waashigtan DC Muryal Boowsar daawwannaa hojiitiif har’a Finfinnee galan.

Kantiibaan Waashigtan DC Muryal Boowsar Finfinnee galan.

Kantiibaan Waashigtan DC Muryal Boowsar daawwannaa hojiitiif har’a Finfinnee galan.

Kantibaan Waashigtan DC, Muryal Boowsar buufata xiyyaaraa idil-adduunyaa Boolee wayita gahan Kantiibaa itti aanaa Injinar Taakkalaa Uumaa fi aangaa’oonni magaalaa Finfinnee fi Feederaalaa simataniiru.

Kantibitti waliin qaamooleen adda addaa hojii daldalaarratti bobba’an 50 ol magaalaa Finfinnee seenuusaanii odeefannoon waajjira kantibaarra arganne ni ibsa.

Kantibattiin wayita Finfinnee turan iddoo adda addaa ni daawwatus jedhameera.

Facebook Comments