Paartii Badhaadhina waliin gara fuul-duraatti

Paartii Badhaadhinaa

‘Walgahii ariifachiisaa har’a ganama Paartiin Dimokiraatawaa Oromoo (OPD) fi Paartiin Dimokiraatawaa Amaaraa (ADP)’n taa’aniin lachuu walitti makamuu paartilee sagalee guutuun raggaasaniiru.
Badhaadhina waliin gara fuul-duraatti.”

Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad fuula Feesbuuk isaaniratti kan barreessan.

 

Facebook Comments