Godina Booranaa aanaa Areeroo ardaa jilaa Badhaasaatti gogeessii Gadaa Booranaa ilmaan Liiban Jaldeessaa Baqqalaa Faajjii dhaaban.

gogeessii Gadaa Booranaa ilmaan Liiban Jaldeessaa Baqqalaa Faajjii dhaaban.

Godina Booranaa aanaa Areeroo ardaa jilaa Badhaasaatti gogeessii Gadaa Booranaa ilmaan Liiban Jaldeessaa Baqqalaa Faajjii dhaaban.

Baqqalaa Faajjiin alaabaa Abbaa Gadaa kaa gogeessii yeroo raaboma fixee Adulaa lallabatu dhaabatu jedhan Abbootiin Gadaa.

Yeroo amma gogeessii kun raaboma fixatee gara sadarkaa kuusaatti cehuuf gahu lallabi Adulootaa qofaatti isaaniif taha jedhan.

Jila kana xumuruuf torbee tokko qofatu hafas jedhameera.

Guyyoo Jilotu gabaase.

Facebook Comments