Guyyaan Qaama Miidhamtoota Addunyaa sadarkaa naannoo Oromiyaa Magaalaa Shaashamanneetti kabajamaa jira.

Guyyaan Qaama Miidhamtoota Addunyaa

Guyyaan Qaama Miidhamtoota Addunyaa sadarkaa naannoo Oromiyaa Magaalaa Shaashamanneetti kabajamaa jira.

Ayyaanni kun guyyaa lamaaf, marii paanaalii, agarsiisaa qaama miidhatoota hojii fakkeenyumaa qabu hijjeetan bdhaasuun kabajama.

Sirna kanarratti hoggantoonni federaalaa, naannoo fi kutaaleen hawaasaa adda addaa bakka argamanitti kabajamaa jira

Ayyaanni kun akka addunyaatti yeroo 28ffaaf, akka biyyaatti ammoo yeroo 27ffaaf kabajamaa jira.

Muktaar Huseentu gabaase.

Facebook Comments