Jilli Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI obbo Lammaa Magarsaan durfamu Ameerikaa Waashingtaan Diisii galaniiru.

obbo Lammaa Magarsaan durfamu Ameerikaa Waashingtaan Diisii galaniiru.

Jilli Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI obbo Lammaa Magarsaan durfamu Ameerikaa Waashingtaan Diisii galaniiru.

Jilli Obbo Lammaan durfamu guyyaa har’aa Waashingitan Diisii galuu Ameerikaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Fitsum Araggaa beeksisaniiru.

Daawwiin kun walta’iinsa raayyaa ittisaa Ameerikaa fi Itiyoophiyaa cimsuuf kan kaayyeeffame ta’uu Ambaasaaddar Fitsum ibsaniiru.

Facebook Comments