Mootummaan Jarman adeemsa jijjiramaa deeggaruuf yuuroo 352.5 Itiyoophiyaaf kennuufi.

Mootummaan Jarman adeemsa jijjiramaa deeggaruuf

Mootummaan Jarman adeemsa jijjiramaa deeggaruuf akkaataa waadaa galeen, yuuroo miliyoona 352.5 Itiyoophiyaaf kennuudhaaf waliigaltee mallateessuu isaatti gammaduu isaanii Ministirri Muummee dr. Abiyyi Ahimad ibsan.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad fuula Feesbuukii isaaniratti akka barreessanitti ministira Ministeera walta’iinsa dinagdee federaalaa Jarman Geerd Muularii fi Ministira Dhimmaa Hojeetaa fi Hawwaasummaa Hubartas Heel waliin har’a ganama marii dansaa gochuu isaanii himan.

Facebook Comments