Obbo Lammaa Magarsaa

Obbo Lammaan hoggantoota waraanaa olaanoo Ameerikaa waliin mari’atan

Obbo Lammaan hoggantoota waraanaa olaanoo Ameerikaa waliin mari’atan

Ministira Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI obbo Lammaa Magarsaa fi Eetaamaajoorri Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Adam Mahaammad hoggantoota olaanoo Ameerikaa waliin mari’achuu Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa obbo Fitsuum Araggaan ibsaniiru.

Jilli ministira Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI obbo Lammaa Magarsaan durfamu Ameerikaa Waashingtaan Diisii daawwannaa hojii taasisaa jiraachuun ni yaadatama.

Daawwichi hariiroo fi tumsa raayyaa ittisaa biyyoota lamaanii cimsuurratti kan xiyyeeffatedha.

Facebook Comments