Paartiin Badhaadhinaa dhugaa fi beekumsarratti hundaa’uun Itiyoophiyaa kan ceesisu riqicha amanamaa tahuu Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad dubbatan.

Paartiin Badhaadhinaa dhugaa fi beekumsarratti hundaa'uun Itiyoophiyaa kan ceesisuudha jedhame.

Paartiin Badhaadhinaa dhugaa fi beekumsarratti hundaa’uun Itiyoophiyaa kan ceesisu riqicha amanamaa tahuu Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad dubbatan.

Dhaabbileen Paartii Badhaadhinaatti makaman sirna waliigaltee raawwataniiru.

Paartiin Badhaadhinaa Paartii misoomaa fi dimokraasii walitti qabate tarkaanfatuudha jedhan Dr. Abiyyi.

Sagantaa fi dambiin Paartichi ittiin hogganamuus qophaa’eera jedhan.

Facebook Comments