Ayyaanni Cuuphaa guutummaa biyyaatti keessatti kabajamaa jira.

Ayyaanni Cuuphaa guutummaa biyyaatti keessatti kabajamaa jira.

 

 

 

OBN Amajjii 11,2012- Ayyaanni Cuuphaa guutummaa biyyaatti keessatti kabajamaa jira.

Amajjii 11 Ayyaana Cuuphaati; Guyyaan kun guyyaa Iyyesuus Kiristoos itti cuuphame waan ta’eef hordoftootonni Amantaa Ortodoksii Tewaahidoo sirna miidhagaa ta’een Ayyaana kana ni kabajatu.

Ayyaanni kun Guyyaa har’aas gutummaa biyyattii keessatti sirna miidhagaa ta’een kabajamaa jira.

Facebook Comments