Godinaa Booranaa Magaala yaaiibal’ootti dhalattoota godinichaa biyyaa alaa jiraachaa jiran waliin mariin taa’ame.

 Godinaa Booranaatti marii dhalatootta godinaa.

Godinaa Booranaa Magaala yaaiibal’ootti dhalattoota godinichaa biyyaa alaa jiraachaa jiran waliin mariin taa’ame.

Kaayyoon marii kanaa Diyaspooraa dhalattoota godinaa Booranaa tahan gara godinichaa affeeruun misooma fi nageenya godinichaatiif akka tumsaaniif tahuu Bulchaan Godina Booranaa obbo Guyyoo Galgaloo himaniiru.

Marii kanaratti dhalatoonni godinichaa Ammerikaa,Awurooppaa fi Keeniyaa jiratan 40 ol hirmaachuu Guyyoo Jilootu gabaase.

Facebook Comments