Itiyoophiyaan daddabarsa seeraan alaa namootaa ittisuuf xiyyeefannoon hojjeechaa akka jirtuhimame.

daddabarsa seeraan alaa namootaa

Itiyoophiyaan daddabarsa seeraan alaa namootaa ittisuuf xiyyeefannoon hojjeechaa akka jirtuhimame.

Ministirri Deetaan Dhiimma alaa Ambaasaddar Birtukaan Ayyaanoo jila Ameerikaatti itti gaafatamaa damee ittisaa fi to’annoo daddabarsa seeran alaa namoota ambaasaadar Joon Riichmoondiin durfamu waajjira isaanitti simachuun waliin mari’ataniiru.

Qaamooleen lameen kun haala daddabarsa seeraan alaa to’achuu fi ittisuun danda’amuratti baldhinaan mari’ataniiru.

Facebook Comments