Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Walga’ii Idilee 11ffaa booru ni taa’a.

Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa Walga'ii Idilee 11ffaa booru ni taa'a.

 

 

 

OBN Amajjii 18,2012-Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Walga’ii Idilee 11ffaa booru ni taa’a.

Manni maree kun Raawwii hojii ji’oota ja’aa Abbaa Alangaa waliigalaa Federaalaa ni dhaggeeffafta jedhamee eegama.

Wixinee labsii Sivil Aaveeshinii dhiyaate irrattis mari’atee ni raggaasa jedhameera.Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa odeeffanne.

Facebook Comments