Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad Amajjii 6,bara 2012 irraa eegalee ministeeroota sadiif muudama kennan.

ministeeroota sadiif muudamni kenname.

Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad Amajjii 6,bara 2012 irraa eegalee ministeeroota sadiif muudama kennan.

Haaluma kanaan
1.Dr. Injinar Geetahun Makuriyaa,ministiira barnoota,
2.obbo Malaakuu Allabal,ministiira daldalaa fi industirii fi
3.Dr. Abrahaam Balaay ministiira Innoveeshinii fi teeknoolojii tahuun muudamaniiru.

Facebook Comments