Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad daawwanaa isaanii kan Afrikaa Kibbaa Xumuruun Finfinnee galaniiru.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad daawwanaa

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad daawwanaa isaanii kan Afrikaa Kibbaa Xumuruun Finfinnee galaniiru.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad turtiisaanii Afrikaa Kibbaatti, hariiroo biyyoota lameenii fi dipplomaasii lammileerratti hojii milkaa’ee raawwachuusaanii Afrikaa Kibbaatti imbaasiin Itiyoophiyaa beeksiseera.

Dr.Abiyyi pireezedaantii Afrikaa Kibbaa Siril Raamaafosaa fi lammilee Itiyoophiyaa kumaatamaan lakka’aman waliin mari’ataniiru.

Facebook Comments