Ministirri Muummee itti aanaan obbo Dammaqaa Makonniin Fooramii Diinagdee Addunyaarratti hirmaachuuf Daavoos glan.

Ministirri Muummee itti aanaan obbo Dammaqaa Makonniin

Ministirri Muummee itti aanaan obbo Dammaqaa Makonniin Fooramii Diinagdee Addunyaarratti hirmaachuuf Daavoos glan.

Jilli Mootummaa ministiira Muummee itti aanaa obbo Dammaqaa Makonniin durfamu kun Landanitti hojii qabu xumuruudhaan,Fooramii Diinagdee Addunyaarratti hirmaachuuf Daavoos,Siwizarlaand galuunsaani himameera.

Waajjira Ministiira Muummee itti aanaarra odeefanne.

 

Facebook Comments