Sudaan lammilee vaayirasii Koroonaan shakkaman lamarratti hordoffii gochaan jira jette.

Sudaan lammilee vaayirasii Koroonaan shakkaman

Sudaan lammilee vaayirasii Koroonaan shakkaman lamarratti hordoffii gochaan jira jette.
 
Lammiileen Sudan lama Chaayinaatti kan muldhate vaayirasii Koroonaatiin shakkamani hordoffiin irratti godhamaa jiraachuu Ministeerri Beeksisaa biyyatti ibseera.
 
Shakkamtonni kunniin Chaayinaa,kutaa biyyaa Wuhan irra dhufan jedhameera.
 
Shakkamtonni kunis dhiiraa tokkoo fi dubartii tokko yoo tahan,qorannoon yaalaa irratti godhamaa akka jiru Rooyitarisitu gabaase.
Facebook Comments