Chaayinaa Hubeetti guyyaa tokkotti namoonni 242 Vaayirasii Koronaatiin du’an.

namoonni 242 Vaayirasii Koronaatiin du'an.

Chaayinaa Hubeetti guyyaa tokkotti namoonni 242 Vaayirasii Koronaatiin du’an.

Chaayinaa bulchiinsa Hubeetti Koroonaa vaayirasiin guyyaa tokkotti namoonni 242 du’uun. Guyyaa tokkotti du’aatii isa guddaa hanga ammaatti galmaa’e ta’eera.

Lakkoofsi namoota vaayirasii kanaan faalamaniifi lubbuu isaanii dhabanii dbalaa jira.

Hanga ammaatti bulchiinsa Hubeetti namootni 14,840 vaayirasichaan faalamuun adda bahaniiru.

Lakkoofsi namoota koroonaa vaayirasiin akka biyyaatti lubbuu dhabanii 1.350 kan gahe too ta’u, kanneen vaayirasichaan qabamuun mirkanaa’e ammoo 60,000 ta’a.

Dhaabbati Fayyaa Addunyaas dhibee yaaddessaa addunyaa jechuun labseera.

Vaayirasiin sirna hargansuu namaa miidhu kan Chaayinaa keessatti jalqaba mul’ate kun amma biyyoota addunyaa hedduu qaqqabeera.

Facebook Comments