Dr.Abiyyi Ahimad Ummata Duraameef ergaa jajjaboo dabarsu jedhame.

Dr.Abiyyi Duraamee dhaqan

 Dr.Abiyyi Ahimad Ummata Duraameef ergaa jajjaboo dabarsu jedhame.

OBN Gurraandhala 18,2012 – Ministirri Muummee Itiyoophiyaa  Dr.Abiyyi Ahimad Naannoo Saboota fi sab-lammoota ummattoota kibbaa magaalaa Duraamee dhaqan.

Ummanni Duraamees barii barraaqaa Dr.Abiyyi simachuuf istaasiyeemiitti walgahuu kan jalqabe.

Dr.Abiyyi ummata Istaadiyeemii Duraameetti wal gaheef ergaa jajjabboo ni dabarsu jedhameera.

Kanamalees bakka bu’oota ummataa kambaataaf xaambaarroo waliinis ni mari’atu jedhameet Eeggama.

Facebook Comments