Finfinneetti balfi gogaan tooniin kumni 17 fi 840 walitti qabame deebi’ee hojiirra ooluu isaa himame.

Finfinneetti balfi gogaan tooniin kumni 17 fi 840 walitti qabame deebi’ee hojiirra ooluu isaa himame.

 

 

OBN Gur 05,2012-Finfinneetti balfi gogaan tooniin kumni 17 fi 840 walitti qabame deebi’ee hojiirra ooluu isaa himame.

Eejansiin Bulchiinsa Balfa Gogaa Finfinnee qaamooleen damee kanarratti bobba’an balfa gogaa seeraan walitti qabuun deebisanii hojiirra oolchaan Birrii miiliyoona 52.5 galii argachuu isaanii beeksiseera.

Waldaaleen sharikaa mootummaan qulqullinarratti gurmeesse 74 fi harka 40 ta’an ammoo bu’aa qabeessumma isaa hubachuun dhuunfaan gurmaa’anii hojjetaa jiru jedhameera.

Akka FBC’n gabaasetti balfa gogaarraa xaa’oon baayoo gaazii uummamaa, aannisaan, faayaaleen garaagaraa, qaruuraan bishaan hayilaandii fi lallaaafaa hojjetamaa jiraachuu Eejansichi himeera.

Facebook Comments