Ji’oottan jahan dabran dargaggoota miliyoona 1.2f carraan hojii umameera.

dargaggoota miliyoona 1.2f carraan hojii umameera.

Ji’oottan jahan dabran dargaggoota miliyoona 1.2f carraan hojii umameera.

Ministirri Muummee dr. Abiyyi Ahimad har’a Mana Maree Bakka Bu’ootaatt argamuun gaaffilee miseensootaarra kahaniif wayita deebiisan bara kana dargaggoota miliyoona sadiif carraa hojii uumuuf yaadame turullee,dargaggoota miliyoona 1.2 qofaaf hojiin ummame jedhan.

kanniin keessaa dhibbeentaan 65 hojii dhaabbii yoo argtan kan hafan dhibbentaan 35 ammoo hojii yeroof isaan fayyadu argachsaanii dubbatan.

Hojii kana caalatti milkeessuuf baajannii deeggarsaan argame dolarri miliyoonni 240 ramadame hojjetama jira jedhan.

Facebook Comments