Jiraattonni Godina Shawaa Bahaa fi Magaalaa Adaamaa hiriira deeggarsaa Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahmad fi Paartii Badhaadhinaaf bahan

Jiraattonni Godina Shawaa Bahaa fi Magaalaa Adaamaa

Jiraattonni Godina Shawaa Bahaa fi Magaalaa Adaamaa hiriira deeggarsaa Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahmad fi Paartii Badhaadhinaaf bahan.

Jirattonni kunniin dhaadannoo qabatan keessaa ”Jijjiirama Qabsoo keenyaan fidne ni tikfanna !”,”Sagantaan Hoogganamna!” fi ”Barri bara nagayaa fi Badhaadhinaati!”kan jedhan keessatti argamu.

Facebook Comments