Jiraattoonni aanalee Godina Arsii fi Magaalaa Asallaa deeggarsa Paartii Badhaadhinaa fi Ministira Muummee Dr. Abiyyi Ahimadiif qaban hiriiraan Istaadiyeemii Asallaatti ibsachaa jiru.

Jiraattoonni aanalee Godina Arsii fi Magaalaa Asallaa

Jiraattoonni aanalee Godina Arsii fi Magaalaa Asallaa deeggarsa Paartii Badhaadhinaa fi Ministira Muummee Dr. Abiyyi Ahimadiif qaban hiriiraan Istaadiyeemii Asallaatti ibsachaa jiru.

Waggaa lama dura rakkoo dimookraasii fi tasgabbii dhabuun ummani rakkoof saaxilamee turee jedhan Obboo Gabree Urgeessoo kantiibaan magaalaa Asallaa hiriira kanaratti.

Paartiin Badhaadhinaa fuula duuraafis injifannoo caalaa argamsiisuf hojjataa Jedhan.

Aadaa siyaasaa boodatti haafaa keessa bahu dadhabuu keenyaan wal xiqqeessu ijaa mul’atuuf,Kana keessaa baanee siyaasa ammayyaa ijaaruun biyya keenyaa ceesisuu qabnas jedhan.

Kennaan adda addaas Paartii Badhaadhinaaf kennameera.

Salamoon Hayiluutu gabaase.

Facebook Comments