Ministirri Mummee Dr.Abiyyi Ahimad Yuunaayitid Arab Emireetitti lammilee Itoophiyaa waliin mariin godhanii fi ergaan dabrsan kan milkii fi gammachuu akka tahu fuula feesbuukii isaaniratti barreessaniiru.

Ministirri Mummee Dr.Abiyyi Ahimad Yuunaayitid Arab Emireetitti

Ministirri Mummee Dr.Abiyyi Ahimad Yuunaayitid Arab Emireetitti lammilee Itoophiyaa waliin mariin godhanii fi ergaan dabrsan kan milkii fi gammachuu akka tahu fuula feesbuukii isaaniratti barreessaniiru.

Itoophiyaanotaa fi dhalattoota Itoophiyaa Giddugala Bahaatti argaman waliin dhimmoota garaagaraa irratti kallattiidhaan marii’achuuf, akkasumas rakkoolee lammiilee keenya naannoo sana jiraatanii dhiyeenyatti hubachuu fi waltajjii furmaata faluu danda’u irratti hirmaachuuf, gara Yuunaaytid Arab Emireetitti Lammiikoo waliin walarguuf yoon socho’u yeroo milkii fi gammachuu akka nuuf ta’un amana.

በመካከለኛው ምስራቅ አገራት ከሚገኙ ኢትዮጵያውያን እና ትውልደ ኢትዮጵያውያን ጋር በተለያዩ ጉዳዮች ላይ በቀጥታ ለመወያየት ፤ እንዲሁም በቀጠናው የሚገኙ ዜጎቻችንን ችግሮች በቅርበት ለማየትና መፍትሔ ለማበጀት የሚያስችል መድረክ ላይ ለመሳተፍ ወደ ተባበሩት አረብ ኤምሬቶች ከወገኖቼ ጋር ልገናኝ ስንቀሳቀስ የሚኖረን ቆይታ የተሳካና አስደሳች እንደሚሆን አምናለሁ ።

I believe we will have a fruitful and joyous time with my fellow Ethiopians and Ethiopian origins living in the Middle East as I am heading to the #UAE to discuss with them directly on various issues affecting them. This also gives me the opportunity to closely see thier problems and participate in a forum that looks for a possible solution.

Facebook Comments