Ministirri Muumee Dr. Abiyyi Ahimad imala daandii jijjiramaa kutannoodhaan kan itti fufan tahu Joseep Booreeliif ibsuusaanii himan.

Ministirri Muumee Dr. Abiyyi Ahimad imala daandii jijjiramaa kutannoodhaan

Ministirri Muumee Dr. Abiyyi Ahimad imala daandii jijjiramaa kutannoodhaan kan itti fufan tahu Joseep Booreeliif ibsuusaanii himan.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad akka fuula feesbuukii isaanirratti barreessanitti har’a ganama Joseep Booreel, waliin imala Itoophiyaan gara badhaadhinaatti gootuu fi dhimmoota naannooratti marii’anneerra jedhan.

Imala daandii jijjiiramaa kutannoodhaan kan itti fufan tahuus ibseeraafi jedhan Dr.Abiyyi.

Facebook Comments