Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad Jiraatonni Godina Kambaataa Xambaaroo simannaa godhaniif galateefatan.

Jiraatonni Godina Kambaataa Xambaaroo simannaa godhaniif galateefatan.

Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad Jiraatonni Godina Kambaataa Xambaaroo simannaa godhaniif galateefatan.

”Jiraattoota Godina Kambaataa Xambaaroo simannaa keessan ho’aa fi eebba keessaniif guddaan isin galateeffadha” jedhan Dr.Abiyyi fuula feesbuukii isaaniratti.

”Aadaan keessan gabbataafi hambaan waliin jiraachuu keessan barootaaf ture adda kan isin taasisudhas” jedhan jiratoota Godina Kambataa Xambaarootiin.

Waliin taanee gara badhaadhinaatti imallas jedhaniiru.

Facebook Comments