Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad lammiilee Itiyoophiyaa Giddu Gala Bahaa jiran waliin mari’achaa jiru.

 Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad

Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad lammiilee Itiyoophiyaa Giddu Gala Bahaa jiran waliin mari’achaa jiru.

Marii kanarrattis qaamoleen hawaasaa gara garaa argamanii jiru.

Haala biyyaa fi mirgaa fi faayidaa lammiilee Itiyoophiyaa Giddu Gala Bahaa jiraatan akkaataa kabachiisuun dandaa’amurratti mari’atamaa jira.

Akaaluu Baqqalaatu gabaase.

Facebook Comments