Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad magaalaa Duraamee galan.

Dr.Abiyyi Ahimad Ummata Duraameef ergaa jajjaboo dabarsu jedhame.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad magaalaa Duraamee galan.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Godina Kambaataa Xambaaroo magaalaa Duraamee gahaniiru.

Dr.Abiyyi qaamoolee hawaasaa magaalatti waliin ni mari’atu jedhame eegama.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad jiraattoota istaadiyami Duraameetti walitti qabamaniif daqiiqaa muraasa booda haasawa ni godhu.

Waaree booda ammo qaamoolee hawaasaa adda addaarraa jiraattota bakka bu’an waliin ni mari’atu jedhameera.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad wayita Duraamee gahan Pireezedantii Naannichaa dabalatee hoggantoonni biroo fi jiraattonni simannaa bareedaan simataniiru.

Facebook Comments