Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Chaayinaa Zhi Jinipiniggi waliin mari’atan.

 Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Chaayinaa Zhi Jinipiniggi waliin mari'atan.

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Chaayinaa Zhi Jinipiniggi waliin mari’atan.

Qondaaltonni lameen haala yeroorratti xiyyeeffachuun bilbilaan waliin mari’ataniiru.

Dhimma Vaayireesii Noovili Koroonaa tatamsaa’ina isaa to’achuuf hojii mootummaan Chaayinaa hojjetaa jiru jajjabeessaa akka ta’ees waliin kan mari’atan.

Barattota Itiyoophiyaa Chaayinaatti barachaa jiraniif Mootummaan Chaayinaa kunuunsa gochaafii akka jiru Pireezidaantiin Chaayinaa beeksisaniiru.

Lammiilee Itiyoophiyaa Chaayinaatti barachaa jiraniif kunuunsa Mootummaan Chaayinaa gochaa jiruf Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad galateeffataniiru.

Deeggarsa Mootummaa Chaayinaa kan dinqisfaatan ta’uu marii bilbilaan haala yeroorratti xiyyeeffachuun mari’achuusaanii Ministirri Muummee Fuula Feesibuukii isaanirratti maxxansaniiru.

Facebook Comments