Sirni Baniinsaa Tajaajila Tola Ooltummaa Hawaasummaa Biyyaalessaa Gaggeeffamaa jira.

Sirni Baniinsaa Tajaajila Tola Ooltummaa Hawaasummaa Biyyaalessaa

Sirni Baniinsaa Tajaajila Tola Ooltummaa Hawaasummaa Biyyaalessaa Gaggeeffamaa jira.

Ministirri Muumee Dr Abiyyi Ahimad Sirana kanarratti argamuun tola ooltummaan ”ofiif osoo hin taane namoota biraaf ooluudhaa;gootummaan ofii aarsaa ta’anii warra kaan baraaruudha” jedhan.

Sirni Baniinsaa Tajaajila Tola Ooltummaa Hawaasummaa Biyyaalessaa kanarratti dargaggoonni Yunvarsiitiiwwan fi Dhaabbilee Tekinikaa fi Ogumnaa gara garaarraa warra eebbifaman dargaggoota kuma 10 ta’antu hirmaataa jiru.

Dargaggoonni kunneen marsaa 1ffaaf ji’oota lamaaf leenji’u jedhameera.

Facebook Comments