Jiraatoonni Magaalaa Shaashamannee Paartii Badhaadhinaa hiriira bahuun deeggaran.

Xumurri keenya Badhaadhina

Jiraatoonni Magaalaa Shaashamannee Paartii Badhaadhinaa hiriira bahuun deeggaran.

OBN Gurraandhala 12,2012 – Jiraattoonni godina Arsii Lixaa fi magaalaa Shaashaamannee, deeggarsa Ministira Muummee fi Paartii Badhaadhinaaf qaban hiriiraa nagaa bahuun agarsiisan.

Jiraattoonni kunniin dhaadannoowwan ; jalqabni Keenya ida’amuu, Xumurri Keenya badhaadhina, tokkummaa cimsannee Itiyoophiyaa ni ijaarra, Dr.Abiyyi Goota ni deeggarra jedhu qabatanii bahaniiru.

Sangaawwaan deeggarsa Paartii Badhaadhinaatiif Kennan hedduus qabatanii bahaniiru.

Muktaar Huseentu gabaase.

Facebook Comments