Afrikaa fi Awurooppaan sababa ‘COVID19’n rakkina waliin dhiibbachaa jirru qorumsa walii keenyaa irratti Joseep Boreel waliin bilbilaan dubbanneerra jedhan Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad.

Afrikaa fi Awurooppaan sababa 'COVID19'n

Afrikaa fi Awurooppaan sababa ‘COVID19’n rakkina waliin dhiibbachaa jirru qorumsa walii keenyaa irratti Joseep Boreel waliin bilbilaan dubbanneerra jedhan Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad.

Itti aanaa haajaa alaa fi imaammata nageenya Gamtaa Awurooppaa fi bakka bu’aa olaanaa Itti aanaa Pirezidaantii Komishinii Gamtaa Awuroopaa kan ta’an Joseep Boreel waliin marii taasifneen osoo rakkoon fayyaa hamaan hin qaqqabiin karaalee danuudhaan waliin hojjechuudhaan balaa hambisuu akka qabnu waliigalleerras jedhan Dr. Abiyyii fuula feesbuukii isaanirratti.

Facebook Comments