Deeggarsa biyyaalessaa ittisa vaayirasii koroonaaf taasifamu;

Namni kamuu amma danda’u deeggarsa akka taasisu lakkoofsonni herreegaa kanneen banamaniiru.

1. Baankii Daldalaa Itoophiyaa 
1000327017318

2. Baankii Awaash
0130479475400

3. Baankii Daashan
0444177190011

4. Baankii Zaman
1032410042463013

5. Baankii Abbay
1022115562778011

Lakkoofsonni herreegaa dabalataa dhiyeenyatti ni ifoomu. Ammasittuu tasgabboofnee deeggarsa yaa taasisnu. Waloon irra dabarra jedha odeeffannoon Waajjira Ministira Muummee irraa arganne.

Facebook Comments