Guyyaan TB Addunyaa dhukkuba TB ittisuun yeroonsaa amma mata duree jedhuun kabajamaa jira.

Guyyaan TB Addunyaa dhukkuba TB ittisuun yeroonsaa amma mata duree jedhuun kabajamaa jira.

 

OBN Bit 15,2012-Guyyaan TB Addunyaa dhukkuba TB ittisuun yeroonsaa amma mata duree jedhuun kabajamaa jira.

Guyyaan TB akka addunyaatti yeroo 38ffaa akka biyya keenyaatti ammoo yeroo 23ffaaf kabajama akka jiru, Ministirri Fayyaa, Dr Liyaa Taaddasaa himaniiru.

TB fi dhukkuboota daddarboo kanneen biroo ittisuuf yeroonsaa amma;weerara vaayirasii koronaa ittisuuf muuxannoowwan qabnurraa haa barannu jedhan.

Facebook Comments