Manneen barnootaa sababa vaayirasii koroonaan cufamanis barattoonni Magaalaa Finfinnee keessa jiran mana isaanii taa’anii akka barataniif haalli mijate

Manneen barnootaa sababa vaayirasii koroonaan cufamanis barattoonni Magaalaa Finfinnee keessa jiran mana isaanii taa’anii karaa buufata raadiyoon barnoota isaanii akka hordofaniif haalli mijate.

Haaluma kanaan gabateen ramaddii barnoota raadiyoo torbeen darbuu haala armaan gadiin baheera.

Facebook Comments