Meeshaalee ittisa COVID-19 ‘Jack Ma fi Alibaba Group’ irraa argaman humdi raabsaman.

Meeshaalee ittisa COVID-19 'Jack Ma fi Alibaba Group

Hojii meeshaalee ittisa COVID-19 ‘Jack Ma fi Alibaba Group’ irraa fuune boonsaa keenya kan ta’e Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaan Ardii keenyaaf raabsuun guyyota jaha keessatti milkaa’inaan xumurreerra jehan Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad.

Warra hojii raabsuu kanarratti hirmaattan hunduu galatni koo isin haa gahus jedhaniiruu fuulaa feesbuukii isaaniratti Dr.Abiyyi.

Facebook Comments