Meshaalee ittisa COVID-19 ‘JackMa fi Alibaba Group’ irraa argaman guyyaa kaleessaa gara biyyoota Niijeer, Senegaal, Beniin, Gaambiyaa fi Burkiinaafaasootti ergamuusaanii Ministirri Mummee Dr.Abiyyi Ahimad ibsan.

Meshaalee ittisa COVID-19 'JackMa fi Alibaba Group' irraa argaman

Meshaalee ittisa COVID-19 ‘JackMa fi Alibaba Group’ irraa argaman guyyaa kaleessaa gara biyyoota Niijeer, Senegaal, Beniin, Gaambiyaa fi Burkiinaafaasootti ergamuusaanii Ministirri Mummee Dr.Abiyyi Ahimad ibsan.

Golgitoota afaaniifi funyaanii, kiitota Vaayirasicha qorachuuf oolaniifi uffatawwan Vaayirasichaan waltuquu dhorkan raabsuu keenya xumuruuf biyyoota muraasatu hafas jedhan.

Hojii raabsuu milkaa’aa ta’eef hojjettoota Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaas galateeffataniiru fuula feesbuukii isaanirratti Dr.Abiyyi.

Facebook Comments