Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad raawwii ittisa koovid -19 ilaalchise pireezedaantootaa Naanoolee waliin vidiyoodhaan mari’ataniiru.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad raawwii ittisa koovid -19 ilaalchise pireezedaantootaa Naanoolee waliin vidiyoodhaan mari'ataniiru.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad raawwii ittisa koovid -19 ilaalchise pireezedaantootaa Naanoolee waliin vidiyoodhaan mari’ataniiru.

Naanooleen hunduu hojii qophii dursaa raawwachusaanii eerani,ittisa Koovid-19 ilaalchisee hubannoo uumaa akka jiranii fi keessattu dhaabbilee amantaa keessatti walirraa fagaachuu dhugoomsuuf rakkoo akka itti tahe ibsaniiru.

Naannoolen meeshaalee yaalaa akka tumsaan kennamuuf gaafataniiru.Naannooleen tokko tokko ammo, hanqina ogeeyyii qabna jedhaniiru.

Naannooleen hojii qophii fi hubannoo uumuu cimsanii kan itti fufan tahuu kan gabaase Waajjira Ministiira Muummeeti.

Facebook Comments