Gana dhufu Oromiyaa keessatti gosoota biqiltuu adda addaa biliyoona 3.5 dhaabuuf karoorfamuun himame

gosoota biqiltuu adda addaa biliyoona 3.5 dhaabuuf

Gana dhufu Oromiyaa keessatti gosoota biqiltuu adda addaa biliyoona 3.5 dhaabuuf karoorfamuun himame.

Ganna dhufu Oromiyaa biqiltuu gosa adda addaa biliyoona 3.5 dhaabuuf qophiin barbaachisu xumuramaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uummamaa Oromiyaa beeksise.

Dhiibbaa jijjiirrama qilleensaa hambisuuf hojiin misoomaa fi eegumsa qabeenya uumamaa xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuus Biirichi himeera.

Haalli qophii biqiltuu yeroo ammaa sadarkaa gaariirra jiraachuu ragaan Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uummamaa Oromiyaa argame ni muldhisa.

Facebook Comments