Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad Maatiifi firoota nama lammaffaa ‘COVID-19’n lubbuu isaanii dhabaniif jajjabina hawwan.

Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad Maatiifi firoota nama lammaffaa 'COVID-19'n lubbuu isaanii dhabaniif jajjabina hawwan.

Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad Maatiifi firoota nama lammaffaa ‘COVID-19’n lubbuu isaanii dhabaniif jajjabina hawwan.

Ayyaanni Uumaa hunda keenya waliin akka tahu kan hawwan Dr.Abiyyi,qormaaticha waliin taanee keessa darbinas jedhaniiru.

Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad akka fuula feesbuukii isaanirratti barreessanitti, Namni hundumtuu dambiiwwan mootummaan baaseefi qajeelfamoota Ministeerri Fayyaa baase cimsee akka raawwatu dhaamsa isaaniin hubachiisaniiru.

Facebook Comments