Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad Pireezedaantii Mana Maree Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan.

Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad Pireezedaantii Mana Maree Gamtaa Awurooppaa waliin mari'atan.

Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad Pireezedaantii Mana Maree Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad har’a ganama Pireezadaantii Mana Maree Gamtaa Awurooppaa, Chaarlis Miisheel waliin haala ittisa ‘COVID-19’ iratti waliin dubbachusaanii ibsan.

Gaaga’ama weerarri Vaayirasiin Koroonaa Afrikaa irraan gahu qolachuuf haala Gamtaa Awurooppaa waliin hojjechuu dandeenyu irrattis marii’anneerra jedhan Dr.Abiyyi.

Manni Maree Gamtaa Awurooppaa fi Komiishiniin Gamtaa Awurooppaa Ardii keenyaaf deeggarsa kennuuf qophee ta’uusaaniif nan galateeffadhas jedhaniiru Dr.Abiyyi fuula feesbuukii isaaniratti.

Facebook Comments