Ambasaaddaroonni Itiyoophiyaa leenjiirra jiran hojiiwwan misoomaa Naannoo Oromiyaatti hojjetamaa jiran daawwataa jiru.

Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaas hojiiwwan hojjetamaa jiran irratti Ambaasadderootaaf ibsa kennaa jiru.
Qonnaaf xiyyeeffannoon kennamee akka jirus dubbataniiru.

Wabii midhaan nyaataa mirkaneessuu, oomishaalee qonnaa gabaa addunyaarratti barbaadaman oomishuun carraa hojii uumuuf xiyyeffannoon hojjetamaa akka jiru Obbo Shimallis ambaasadaroota kanneeniif ibsaniiru.

Akaaluu Baqqalaatu gabaase.

Facebook Comments