Bifa magaalaa Finfinnee jijjiiruu

Bakkeewwan kanaan dura balfi itti gatamuufi itti kuufamu haala bareedaan gara bakka biqiltuun ittti qophaa'utti

Bakkeewwan kanaan dura balfi itti gatamuufi itti kuufamu haala bareedaan gara bakka biqiltuun ittti qophaa’utti jijjiiruudhaan salphaatti bifa magaalaa Finfinnee jijjiiruu ni dandeenya jedhan Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad.
 
Bakki biqiltuun itti qophaa’u kun kan ija namaa hawwatuufi bifa karaa seensa waajjira Ministira Muummee jiru kan jijjiire tahullee Dr.Abiyyi fuula Feesbuukii isaaniratti barreessaniiru.
Facebook Comments