Daandiin Badhaadhinaa jalqabne akka biiftuu ganamaatti ifaa jira

Daandiin Badhaadhinaa jalqabne akka biiftuu ganamaatti ifaa jira jedhan Ministirrii Muummee Dr. Abiyyi Ahmad.

Daandiin Badhaadhinaa jalqabne akka biiftuu ganamaatti ifaa jira jedhan Ministirrii Muummee Dr. Abiyyi Ahmad.

Ifni bahaa jirus namoota baay’eetti abdii guddaa horeera jedhan Dr.Abiyyi.

Kaayyoon keenyaa uummataa Itiyoophiyaaf guyyaa guyyaan missiraachoo labsuufi uummataa keenyaaf wanti gaariin akka dhufuuf hojjeechaa jirras jedhan.

Lammiileen keenyas gammachuu biyya isaanii,hawwii isaanii, abdii biyyaaf qaban akka dabaluuf, hojii qabatamaa hojjeechaa jirras jedhan Ministirrii Muummee.

Ummanni keenyas hojii humnoonni badii hojjeettan duukaa bu’uu dhiisuudhaan, daandii Badhaadhinaa jalqabne cimsee itti fufuu qaba jechuun dhaamaniiru fuula Feesbuukii isaaniirratti.

Facebook Comments