Itiyoophiyaatti qorannoo laabiraatoorii namoota kuma18,fi60 taasifameen namoonni kuma 1fi 186 vaayireesii koronaan qabamuu

Itiyoophiyaatti qorannoo laabiraatoorii namoota kuma18,fi60 taasifameen namoonni kuma 1fi 186 vaayireesii koronaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise

Itiyoophiyaatti qorannoo laabiraatoorii namoota kuma18,fi60 taasifameen namoonni kuma 1fi 186 vaayireesii koronaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise

Guyyaa har’aa lubbuun namoota 20’s vaayireesii kanaan darbee jira.

Lakkoofsi namoota lubbuu isaanii Vaayirasii Koronaatiin dhaba waliigalatti namoota 745 darbeera.

Haaraan kan dandamata 518 yoo ta’an, waliigalaan lakkoofsi namoonni dandamatanii 16,829.

Ityoophiyaatti qorannaadhan namoonni vaayrasichi irratti argame 46,407 qaqqabeera.

Namoonni 330 hordoffii yaala cimaa keessatti argamu.

Yeroo amma vaayrasichi namoota 28,831 irratti argama.

Waliigalaan qorannaan laabraatoorii 831,470 gaggeeffameera.

 

Facebook Comments