Jiraattoota Aanaa Agaarfaa

Jiraattoota Godina Baalee Aanaa Agaarfaa irraa buqqa’aniif deeggarsi meeshaalee Birrii miiliyoona 5tti tilamamuu taasiifame.

 

Godina baalee aanaa Agaarfattii jirattoota qe’ee isaanii irraa buqqa’aniif Mana Maree bakka bu’ootaatti miseensoonni dubartoota kookasii deeggarsa birrii miiliyoona 5 fi kuma 900 taasisuu beeksisan.

Miseensi kokiasii dubartootaatti hooggantuun kutaa gurmaa’insa Aadde Ababaayee Gazahaanyi sirna wal harkaa fudhiinsaa irratti haasaa taasisaniin namoota qe’ee isaanii irraa buqqa’an deebisnee dhaabuuf hunduu tumsuu qaba jedhaniiru.

Deeggarsi kunis dhaabbilee mootummaa fi dhunfaa irraa kan argameedha.

Miseensonnii dubartoota kookasii aanaa Agaarfaattii argamuun jiraattoota qe’ee isaanii irraa buqqaa’an arguun rakkoo jiru hubachuun hanga dhumaattis deeggarsa akka taasisaan Addee Ababaaye himaniiru.TOI irraa odeeffanne.

Image may contain: one or more people and people sleepingImage may contain: 1 person
Image may contain: one or more people, tree, shoes, hat, child and outdoorImage may contain: 1 person
Facebook Comments